Baga Gara Channel Kiyyaa Tech Nagaan Dhuftan!
Channel kanaan dhimmoota teeknoolojii fi carraaqqii jireenyaa irratti xiyyeeffachuun odeeffannoo fi barnoota qulqullina qabu isiniif dhiyeessina. Keessattuu:
Hojii Online: Akkaataa madda galii adda addaa internet irraa uummachuu dandeessan (Make Money Online).
Settings Bilbilaa: Icciitii fi setting-oota bilbila keessanii kanneen bilbila keessan saffisiisuu fi ammayyeessuuf gargaaran.
Odeeffannoo Tech: Haaromsa teeknoolojii fi app-oota fayyadamoo ta'an.
Kaayyoon keenya: Hawaasni keenya teeknoolojii ammayyaatti fayyadamee jireenya isaa akka fooyyeessu gargaaruudha.
🔔 Subscribe gochuun maatii keenya ta'aa, barnoota guyyaa guyyaan isiniif dhiyeessinu hordofaa!
Email Business: [kiyyaa601@gmail.com]
Karaalee nu hordofuu dandeessan
Telegram
t.me/kiyyaa_tech
For any help 👉 t.me/@abdu_online
Shared 5 months ago
1.5K views
Shared 5 months ago
1.8K views
Shared 5 months ago
1K views
Shared 6 months ago
2.7K views
Shared 6 months ago
2.1K views
Shared 7 months ago
657 views
Shared 8 months ago
4.1K views
Shared 8 months ago
3.1K views
Shared 8 months ago
740 views
Shared 9 months ago
809 views
Shared 9 months ago
330 views
Shared 9 months ago
750 views
Shared 11 months ago
3.4K views
Shared 11 months ago
1.2K views
Shared 1 year ago
1.7K views
Shared 1 year ago
362 views
Shared 1 year ago
294 views
Shared 1 year ago
83 views
Shared 1 year ago
6.3K views
Shared 1 year ago
296 views
Shared 1 year ago
122 views
Shared 1 year ago
286 views
Shared 1 year ago
1.9K views
Shared 1 year ago
224 views
Shared 1 year ago
824 views