Baga Gara Channel Kiyyaa Tech Nagaan Dhuftan!
​Channel kanaan dhimmoota teeknoolojii fi carraaqqii jireenyaa irratti xiyyeeffachuun odeeffannoo fi barnoota qulqullina qabu isiniif dhiyeessina. Keessattuu:
​Hojii Online: Akkaataa madda galii adda addaa internet irraa uummachuu dandeessan (Make Money Online).
​Settings Bilbilaa: Icciitii fi setting-oota bilbila keessanii kanneen bilbila keessan saffisiisuu fi ammayyeessuuf gargaaran.
​Odeeffannoo Tech: Haaromsa teeknoolojii fi app-oota fayyadamoo ta'an.
​Kaayyoon keenya: Hawaasni keenya teeknoolojii ammayyaatti fayyadamee jireenya isaa akka fooyyeessu gargaaruudha.
​🔔 Subscribe gochuun maatii keenya ta'aa, barnoota guyyaa guyyaan isiniif dhiyeessinu hordofaa!
​Email Business: [kiyyaa601@gmail.com]
Karaalee nu hordofuu dandeessan
Telegram
t.me/kiyyaa_tech

For any help 👉 t.me/@abdu_online


Kiyyaa Tech

Galgala sa'aatii 1:00 irratti

7 months ago | [YT] | 18

Kiyyaa Tech

Har'a Galgala sa'aatii 1:00 irratti na eegaa 🙏🙏🙏

7 months ago | [YT] | 6

Kiyyaa Tech

👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/uHeuQHhhrI8
https://youtu.be/uHeuQHhhrI8

7 months ago | [YT] | 11

Kiyyaa Tech

Deeggarsa keessaniin as geenye
Hundi keessan galatoomaa 🥰🥰
Yeroo dhiyootti waan guddaa qabadhee isiniif dhufa

10 months ago | [YT] | 19

Kiyyaa Tech

Galgala sa'aatii 1:00 irratti eegaa

11 months ago | [YT] | 20

Kiyyaa Tech

Thanks for all you 😊
Hundi keessan Galatoomaa 😊

1 year ago | [YT] | 9

Kiyyaa Tech

Kun Hojii koo osoo hin taane Gargaarsa keessaniini

Galatoomaa

Waliin gara fuulduraatti waan bareedaatiin deemna

2 years ago | [YT] | 29

Kiyyaa Tech

Nama Video kana guutuu isaa ilaalee Like 👍 fi comment bareedaa irratti kenneef badhaasni jira jedheen ture ammas badhaasa buusuuf yeroo xiqqoo qofaa waan hafuuf namoonni irratti hin hirmaanne seenaa hirmaadhaa
Hirmaachuuf waan isin barbaachisu

Video guutuu osoo irra hin dabarsiin ilaaluu
Like 👍 gochuu
Comment bareedaa irratti kennuu


https://youtu.be/Di2OijJhiKs?si=Nb2xp...
https://youtu.be/Di2OijJhiKs?si=Nb2xp...

2 years ago | [YT] | 17

Kiyyaa Tech

Kamtu dura list ta'a jettanii yaaddu?

2 years ago | [YT] | 23

Kiyyaa Tech

Deeggarsa keessaniin as gahe
Guddaa Galatoomaa isiniin jedha

2 years ago | [YT] | 23