Baga gara FILETAN GUTU dhuftan!
Channel kun Afaan Oromoo fayyadamuun seenaa keenya, duudhaa fi aadaa Oromootaa akka namni irraa baratuuf kan qophaa’edha.

As irratti:

📜 Seenaa dhugaa fi hawwataa

🎥 Videyoo bashannanaa

😂 Bohaarsa fi qoosaa barsiisaa

🌍 Jireenya fi yaadota hawaasaa

Haala salphaa fi nama hawwatuun, seenaan darbe akka hin dagatamne gochuu fi dhaloota haaraa barsiisuuf hojjenna.

👉 Subscribe gochuun nu deeggaraa,
👍 Like, Share fi Comment gochuunis nu waliin guddadhaa.

FILETAN GUTU – Seenaa keenya, eenyummaa keenya!

Welcome to FILETAN GUTU!
This channel is dedicated to sharing our history, culture, and stories so that people can learn from our past.

On this channel, you will find:

📜 Educational and inspiring historical stories

🎥 Engaging video content

😂 Entertainment and humorous presentations

🌍 Cultural and social topics
👉 Don’t forget to Subscribe,
👍 Like, Share, and Comment to support the channel.

FILETAN GUTU – Our History, Our Identity.




20:04

FILETAN GUTU and Gutu Official

Shared 5 days ago

5.1K views

18:04

FILETAN GUTU and 2 more

Shared 1 week ago

6.5K views

12:37

FILETAN GUTU and Mogor Tech

Shared 3 weeks ago

9.1K views

20:59

FILETAN GUTU and 2 more

Shared 1 month ago

14K views