Nur Oromo Quran Tafsir

500K Subscribers
Tafsiira/Hiikkaa Qur'aanaa Afaan Oromoo Sh/Naziir E. Kaliiliin bifa namni hundi hubachuu dandahuun fuula fuulaan qophaaheedha. Guyyaatti fuula 1 barachuun irraa fayyadamaa. Chaanaala Sheek Naziir Kaliil kanas 'Subscribe' godhaa. Koottaa 'Live' s irraa baradhaa. Namoonni biroos akka irraa baratan waliif share godhaa.

#quran #tafseer#oromo#tafsir#live