Kumsa Entertainment -299views k


🎬 KUMSA ENTERTAINMENT
Baga nagaan dhuftan KUMSA ENTERTAINMENT.
Chaanaaliin kun diraamaa kutaa, filmii gabaabaa fi dheeraa, seenaa nama barsiisu, bashannana qulqulluu fi hojii kalaqaa qulqullina qabu isiniif dhiyeessa.
Yoo diraamaa Afaan Oromoo jaallattan, chaanaalii kana subscribe gochuun, like fi share gochuun nu deeggaruu hin dagatinaa.
KUMSA ENTERTAINMENT – Diraamaa qulqulluu, seenaa nama bohaarsu fi barsiisu.