Baga Gara Channel Koo Nagaan Dhuftan! 🎶

Channel kana irratti faarfannaa haaraa, Afaan Oromoo yeroo yeroon isiniif dhiheessa.

🙏 Kaayyoon koo karaa faarfannaa ergaa jaalalaa, abdii, gammachuu fi amantii nama biraan ga’uudha.

🔔 SUBSCRIBE godhaa, yeroo faarfannaan haaraan gadhiifamu akka isin bira ga’uuf.

👍 Like godhaa
💬 Yaada keessan comment keessatti nuuf qoodaa
📲 Faaruuwwan kana maatii fi hiriyoota keessaniif qoodaa.

Galatoomaa deeggarsa keessaniif! ❤️🎵

#AfaanOromo #OromoGospel #GospelMusic #EthiopianGospel #OromoMusic #Faaruu #Faarfataa