Entertainment News Oduu Si'eessituu, , Galmee Dinqisiisoo, Maal irraa baranna?, Galmee Seenaa, Naannoo keenya, Biyya Keenya, Ardii Teenya, taateewwan Addunyaa
OMP-Media Production
#BARAA FI #BARIIN KEENYAOromoon baraa fi bariinis keenya jedhu. Eyyeen keenya waan taheef Milkii kana sadarkaa isaa ni tikfanna.#visitOromia #VisitEthiopia #visitjimma
3 years ago | [YT] | 3
View 0 replies
#Finfinnee2022Galaanaa Gaaromsaa fi Jamboo Jootee
3 years ago | [YT] | 4
#Finfinnee 2022 (Galmee Seenaaf) Dhugumatti Finfinneen yoo haala kanaan miidhagdee mullattu maaltu isinitti dhaga'amaa? Eyyeen suutuma suuta Killeen ykn Hanqaaquun maal baafti jedhamaa? #visitOromia2022
3 years ago (edited) | [YT] | 4
ሰፋሪኮም ዜና #ODUU_SAFARICOM (ADAAMAA አዳማ)Dhaabbanni Safaricom Itoophiyaa keessatti gurgurtaa #Sim_Card saraara bilbilaa gurguruu jalaqabaniiru. Dirree Dhawaa Hararii fi Haramaayatti aansee magaalaa Adaamaa keessatti gurgurtaan saraara bilbilaa jalqabameera.Saraarri bilbilaa Safaricom 07.....jedhee ka'u yeroo jalqaba bitamu interneeta 700MB kan qabu yoo ta'u, kaardiin dhaabbatichaas 5,10,15,20, 25,50,100,200, 500niin kan qophaa’eeedha.Biyyi dhaabbata Telekoom kan tajaajila bilbilaa fi tajaajila interneetaa ummataaf dhiheessu tokko qofa qabdu keessaa Itoophiyaan isii takka. Dhaabbanni dorgomaa hin qabne tajaajilli inni ummataaf dhiheessu hangas maraa quubsaa kan hin taaneedha. Namoonni duruu Simkaardii Safaricom bitachuun fayyadamaa jiran akka jedhanitti saffisni intarneeta dhaabbatichaa baay’ee olaanaadha jedhaniiru. Dormaan jiraachuun Kun ummataaf gaariidha. Dhaabbanni teelekoom Itoophiyaa dhiheenya kana saraara wifi gandoota keessa diriirsuurratti argama.
3 years ago | [YT] | 5
View 2 replies
OMP-Media Production
#BARAA FI #BARIIN KEENYA
Oromoon baraa fi bariinis keenya jedhu. Eyyeen keenya waan taheef Milkii kana sadarkaa isaa ni tikfanna.
#visitOromia #VisitEthiopia #visitjimma
3 years ago | [YT] | 3
View 0 replies
OMP-Media Production
#Finfinnee2022
Galaanaa Gaaromsaa fi Jamboo Jootee
3 years ago | [YT] | 4
View 0 replies
OMP-Media Production
#Finfinnee 2022 (Galmee Seenaaf)
Dhugumatti Finfinneen yoo haala kanaan miidhagdee mullattu maaltu isinitti dhaga'amaa? Eyyeen suutuma suuta Killeen ykn Hanqaaquun maal baafti jedhamaa?
#visitOromia2022
3 years ago (edited) | [YT] | 4
View 0 replies
OMP-Media Production
ሰፋሪኮም ዜና #ODUU_SAFARICOM (ADAAMAA አዳማ)
Dhaabbanni Safaricom Itoophiyaa keessatti gurgurtaa #Sim_Card saraara bilbilaa gurguruu jalaqabaniiru. Dirree Dhawaa Hararii fi Haramaayatti aansee magaalaa Adaamaa keessatti gurgurtaan saraara bilbilaa jalqabameera.
Saraarri bilbilaa Safaricom 07.....jedhee ka'u yeroo jalqaba bitamu interneeta 700MB kan qabu yoo ta'u, kaardiin dhaabbatichaas 5,10,15,20, 25,50,100,200, 500niin kan qophaa’eeedha.
Biyyi dhaabbata Telekoom kan tajaajila bilbilaa fi tajaajila interneetaa ummataaf dhiheessu tokko qofa qabdu keessaa Itoophiyaan isii takka. Dhaabbanni dorgomaa hin qabne tajaajilli inni ummataaf dhiheessu hangas maraa quubsaa kan hin taaneedha.
Namoonni duruu Simkaardii Safaricom bitachuun fayyadamaa jiran akka jedhanitti saffisni intarneeta dhaabbatichaa baay’ee olaanaadha jedhaniiru. Dormaan jiraachuun Kun ummataaf gaariidha. Dhaabbanni teelekoom Itoophiyaa dhiheenya kana saraara wifi gandoota keessa diriirsuurratti argama.
3 years ago | [YT] | 5
View 2 replies