🎬 WELCOME to CAAYAA TUBE – Your Ultimate Destination for Entertainment! 🎤
🎨 Caayaa Tube | Movies, Music & Entertainment
Drama, comedy, and amazing creative content all in one place.
🎬 Watch exciting movies and short videos
🎵 Enjoy new and popular songs
📢 Don’t forget to subscribe and stay updated with the latest videos!
#Movies #Music #Entertainment #Drama #Comedy #ShortFilms #Trending #AfricanMusic #CreativeContent
Caayaa Tube
 AL-KHAWARIZMI – ABBAA ALJEBRAA
Mee arra barruu gabaabduu tanaan waa’ee goota herregaa beekamaa addunyaa tanaa kana ta'e Al-Khawariziim/Abbaa Aljebraa, gabaabinaan haa ilaalluu.
Al-Khwarizmi – Abbaa Aljebraa Eenyu?
Hayyuu Islaamaa kana maqaan isaa kan sirrii 'Abu Ja'far Muhammad bin Muusa' ja'ama, Al-Khwaarizmiin bu'uura aljebraa, Algoorizimii fi qajeelfama bu'ura herrega ammayyawaa kaa'uun, addunyaan har'aa kompiwutaraa fi interneetii akka argattu hayyuu taasisee dabreedha.
Bu’uura Teeknoolojii Har’aa
Ogeeyyiin gurguddoon hedduun akka ragaa ba'anitti, qorannoon herregaa ammayyawaa hundinuu bu'uura inni kaaye irraa kan madde yoo ta'u, yaad-rimeen "Algorithm" jedhuu fi utubaa teeknoolojii har'aa kan tahe kuniis maquma isaa irraa akka fudhatame raga bahu. Al-Khwaarizmiin addunyaa saayinsii keeysatti "Abbaa Kompiwutaraa" jedhamee kan yaamamuufis, yaada isaa malee teeknoolojii ammayyawaa yaaduun waan hin dandayamneefi dha.
Jijjiirama Lakkoofsa Addunyaa.
Mee zeeroo irraa jalqabaa, lakkooysa tartiibaan itti aanan barreeysaa: 1, 2, 3, … yeroo kudhan geeysan booda lakkoofsa biraa barreeysuu hin dandeeysan. Kana jechuun, lakkooysa “Kudhan” barreeysuuf tokko fi zeeroo walitti fiduun dirqama taha, bifuma kanaan lakkooysoota biroo barreeysuufis mallattoolee kana fayyadamna.
Haatahuu malee bara durii akkas hin turre. qaroominaan tarree duraa keeysatti kan ramadaman, Warri akka Gibxii duriitilleen sirna barreeyfama isaanii “Hieroglyphic” jedhamuun sadarkaa kanarra gahuu hin dandeenye. Isaan lakkooysa akkanaa barreeysuuf bifa fakkii adda addaatiin agarsiisu turan. Warri Roomaa immoo qubee akka lakkooysaatti itti fayyadamuu turan. Sirni lakkooysaa hayyuu kana dura turan hundi isaanii lakkooysa guddaa barreeysuu keeysatti hanqina qabu ture.
Kana jechuun, Namoonni durii herrega bu’uuraa Arithmetic fi Geometry qofa beeku turan. boodarra garuu hayyuu fi ogeessi guddaan Khwarizm keeysatti dhalate fi Bagdaad irraa dhufe kun damee haarawa “Al-Jabr” jedhamu uumuun addunyaa herregaa keeysatti jijjiirama addaa kan hanga ammaa addunyaan itti dhimma bahaa jirtuu fi bu'uura qaroomina ammaa tahe kana lafa kaayan.
Xumura
Hayyuun giddichi Baagdaad irraa dhufe kun, jalqaba dameewwan herregaa lama irratti qorannoo haaraa jalqabe. Bu’aa qorannoo isaa kanaaniis kitaaba “Hisabul Jabr wal-Muqabala” jedhuun maxxanse. Kitaabni kun ogeeysoota gara garaatiin yeroo dubbifamu, damee herregaa haarawa, mala, fi tooftaalee haarawa of keeysaa qabu ta’uun beekame. Kanaaf dameen herregaa haaraan maqaa kitaabichaa irraa fudhatamee “Al-Jabr” jedhame. Yeroo gara Afaan Laatiinitti hiikamu immoo maqaan isaa “Algebra” ta’e.
Hayyuu isaalamaa kana fuulli Rabbii itti haa tolu🙏
✍️✍️ Murad Mohammed
1 month ago | [YT] | 14
View 0 replies
Caayaa Tube
Halo dawe old Ethiopian Oromo music
1 month ago | [YT] | 1
View 0 replies
Caayaa Tube
Nuhoo Goobanaa Sirboota afaan Oromoo kan dhabaman
1 month ago | [YT] | 1
View 0 replies
Caayaa Tube
Nuhoo Goobanaa Old Ethiopian afaan Oromo Music
1 month ago | [YT] | 0
View 0 replies
Caayaa Tube
Nuhoo Goobanaa Sirboota afaan Oromoo durii
1 month ago | [YT] | 0
View 0 replies
Caayaa Tube
Filmii afaan Oromoo haarawa kanaan buhaaraa asumaan channel Toltuu Entertainment kanaaf Subscribers godhaa!
3 months ago | [YT] | 1
View 0 replies
Caayaa Tube
Diraamaa Haariya
👇👇👇👇
Maashoo Abdurahamaan gama diraamaatiiniis kunoo dhuftee jirti.
Asumaanuu YouTube isii kanaas subscribers godhaaf
3 months ago | [YT] | 0
View 0 replies
Caayaa Tube
Artist Usmaayyoo Muussaa :
Sirboota qabsoo artist Usmaayyoo Muussaa keessaa hangi tokko kunooti!
(Isaan hangafee gootoota keenya hundaafuu Rabbii rahamata haa godhuuf🙏)
3 months ago | [YT] | 4
View 0 replies
Caayaa Tube
Namoonni tokko tokko sirboonni qabsoo afaan Oromoo durii sirboota qabsoo kan yeroo ammaa caalaa ergaa fi hiika cimaa qaba jedhu.
Asirratti ati maal jetta? Sirboota durii moo sirboota yeroo ammaa kanaatu caala jatta? Maaliif? 👇
Others believe modern Oromo music connects better with the new generation.
Old or new – tell us your honest opinion.👇
3 months ago | [YT] | 0
View 0 replies
Caayaa Tube
Namoonni tokko tokko sirboonni qabsoo afaan Oromoo durii sirboota qabsoo kan yeroo ammaa caalaa ergaa fi hiika cimaa qaba jedhu.
Asirratti ati maal jetta? Sirboota durii moo sirboota yeroo ammaa kanaatu caala jatta? Maaliif? 👇
Others believe modern Oromo music connects better with the new generation.
Old or new – tell us your honest opinion.👇
3 months ago | [YT] | 0
View 0 replies
Load more