Barumsa, Faarfannaa, Walaloo fi Fiilmiiwwan Hafuuraa Argachuuf Subscribe Godhaa! Telegram Channel Keenya Join Gochuun Gaaffii Gaafadhaa, Deebii Macaafa Qulqulluu fi Barumsa Gaggabaabaa Argadhaa.


Ephrem Diriba

Baga Geessan!
Viidiyoo Kana Ilaaltaniittuu?
https://youtu.be/HNUURV219CQ?si=r4W-E...

6 days ago | [YT] | 2

Ephrem Diriba

Sagantaa Barumsa Itti Fufaa

MD: Seenaa Keenya

⛪️ Waldaa Masarata Kiristoos Gafarsa Eegduu

📍Kellaa Buraayyuu, Daandii Dobbee Geessu Irra Meetira 700 Keessa Galee

🗓 07/03/2018 Eegalee, Dilbata Yeroo Hunda

⏰️ Saatii 10:00 - 12:00

☎️ 0911826932 / 0954567211

#Christian #BibleStudy

1 month ago | [YT] | 20

Ephrem Diriba

Sagantaa Qo'annaa Macaafa Qulqulluu

Bakka: Ephrem Diriba TG Channel

Yeroo: Toorbanitti al lama, Kibxata fi Jimaata, Sa'a 3:00 - 4:00

Kutaa Qo'atamu: Ergaa Phaawuloos Gara Warra Efesoonitti Erge

Sagantichi saatii jedhame kanatti Tamsaasa Kallattiidhaan (live) kan geggeeffamu yoo ta'u, har'a kutaa jalqabaa qo'annaa keenyaa ni eegalla!

Share gochuun maatii haa baayyifannu:
t.me/+Ub1X8IKA8I_0RhJR

2 months ago | [YT] | 18

Ephrem Diriba

Kottaa Waliin Sagalee Waaqayyoo Haa Qo'annuu
📍t.me/+Ub1X8IKA8I_0RhJR
Har'a galgala sa'a 3:00 irraa kaasee

#biblestudy #bible #Macaafa_qulqulluu

2 months ago (edited) | [YT] | 20

Ephrem Diriba

Galanni Waaqayyoof Haa Ta'u!
Galateeffachaama Itti Fufnee Jirra!
YouTube Keenya Subscribers 5K Argateera!
Eebbifamaa, Ulfaadhaa!

Ammas Subscribe Godhaa:
YouTube.com/@EphremDiriba

4 months ago | [YT] | 43

Ephrem Diriba

Beeka waan baayyeetu isin barbaachisa, iddoo baayyeetti yeroo keessan dabarsaa jirtu, gariin keessan immoo yeroo boqonnaayyuu hin qabdan! Daqiiqota qabdan walitti sassaabaatii daqiiqaa muraasaaf Macaafa Qulqulluu Baradhaa! Dhuguma dhuguman isinitti hima, barsiisota macaafa qulqulluu sirrii barbaadaati follow, subscribe godhaa. Bu'aa guddaan isin argattan boqonnaa guddaa hubannaa dubbii Waaqayyoo keessa jirudha. Tasgabbii guddaa argattu! Akkasitti yoo hojjettan isiniif milkaa'a!

Sagaleen Waaqayyoo Boqonnaa Dhugaa Namaaf Kenna!
‪@EphremDiriba‬

6 months ago | [YT] | 101

Ephrem Diriba

Faarfannaa Dinqii Kana Dhaggeeffadhaa Maaloo:
https://youtu.be/GdZ1waBIIFw?si=OOuX-...
‪@MonaNagaroOfficial‬ ​Eebbifami

7 months ago (edited) | [YT] | 4