Aleks oro family

Alamudin oro family


Aleks oro family

Walaloo Jaalalaa

Jaalalli kee akka urjii barii, Ifa qalbii koo keessa barii. Yeroon si argu lafti ni miidhagdi, Onneen koo sirra hin fagaattu, si qofa jaallatti.

Akka bubbee laafaa na tuqxe, Akka aduu ganamaa na ho'iste. Dubbiin kee damma caala mi'a, Jireenyi koos si malee hin miidhagu yaa jaaalalaa koo.

Si waliin ta'uun gammachuu guddaa, Si dhabuun ammoo dukkana cimaa. Ati naaf hundumaa, ani siif jira, Jaalalli keenya bara baraan haa jiraatuu yaa lubbuu koo!

3 months ago | [YT] | 1

Aleks oro family

For the future 😜

9 months ago | [YT] | 2

Aleks oro family

Siin jibbuu maliifiin sii jibbaa

2 years ago | [YT] | 2

Aleks oro family

Yes
Dhugaa

3 years ago | [YT] | 1

Aleks oro family

Hedduu namatii tolaa

3 years ago | [YT] | 2

Aleks oro family

Jalo

3 years ago | [YT] | 1