Zed Tube . 299k views . 2 hour ago

Baga nagan⚫ gara channel 🔴keenya ⚪ dhuftan!!!

ZED TUBE ⚫ Video bashannana 🔴gara gara hojjattee isin⚪boharsuf qophii irra jira.
Isin illee channel keenya SUBSCRIBE, LIKE, SHARE gochuun matii keenya ta'a isiniin jeena.🙏
⚫🔴⚪ ⚫🔴⚪ ⚫🔴⚪
MICHUU ENTERTAINMENT


Zed Tube . 299k views . 2 hour ago

Look👀🥰

4 months ago | [YT] | 5

Zed Tube . 299k views . 2 hour ago

Akkuma jenne bor Jimaata waaree duuba Kololeen gad ni dhiifama . Hojiin kun artii uummata keenyaa ol guddisee gabayaa addunyaatiif dorgamaa ta’ee akka dhihaatu kan godhuudha . Arba kkasuma hojiiwwaan artii biyya kanaa waliin dorgomaa ta’ee akka dhageefatamu aniis gama hundaan irratti xiyyeefadhee qulqullinnaan hojjadheera . Namooti hojii kana keessatti hirmaatan kanneen akka direct @Oftanenus Fetene fi qindeessaan muuziqaas @Birhan Zarhun,akkasuma warri viidiyoo waraabaniis @brothers dabalatan shubbistootaafi keeroographer Fiqaaduu disaa hundi of itti kennanii hojichaa bareechaniiru. Isiniis dhageeffadhaatii akkuma baratame yaadaa keessaniin na utubaa hojii biraatiif na qopheessaa isinii jedha . Hanga san YouTube kiyya seenaa subscribe gochaa na eegaa Horaa bulaa deebanaa .

4 months ago | [YT] | 12

Zed Tube . 299k views . 2 hour ago

HIN TAANE
HACHALU HUNDESSA ABEBE KEFENIhttps://youtu.be/5Hh5hLeGl9Q?si=Qml60...

7 months ago (edited) | [YT] | 9

Zed Tube . 299k views . 2 hour ago

ABBBAA MEELKAA Beherawi Theatre 16/06/2017 Dawwadha.🤗🤗

11 months ago (edited) | [YT] | 5

Zed Tube . 299k views . 2 hour ago

Daangaa H Qanani cooming soon

11 months ago | [YT] | 15

Zed Tube . 299k views . 2 hour ago

Cooming soon....

1 year ago | [YT] | 4

Zed Tube . 299k views . 2 hour ago

Cooming soon to Day night in this channel

1 year ago | [YT] | 21