๐ข BEL ACADEMY - Way Maker โ๏ธ
Qaamaan barachuuf
๐ Buraayyuu TsaaraTsiyoon - 09-42-41-25-00
- 09-44-78-88-88
0942412500 Online class ! Whatsapp akkasumas Telegramn nu dubbisuu dandeessu kanneen biyya keessa hin jirre.
โจ Welcome to BEL ACADEMY! ๐ฏ๏ธ Learn English easily in Afaan Oromo. Improve your grammar, vocabulary, and speaking skills with clear, engaging, and interactive lessons.
๐ Subscribe, like, comment, and hit the bell icon to get updates, boost your English fluency.
โ Sabni seenaa guddaa qabu seenaa isaa Addunyaatti himuuf Afaan Addunyaa baruu qaba.
๐ Magaalaa akka Finfinnee kan Biyyoonni Afrikaa hundi kan isaanii osoo taatee hawwan of keessaa qabaannee Afaan Ingliffaan duubatti hafuun fafa.
๐ฅ Finfinnee is the 3rd Global diplomatic Center, next to New York and Geneva
#BEL_ACADEMY #Grammar #Vocabulary #Spoken #Accents #listening #Reading #Writing
BEL ACADEMY
๐ค Class'n Keenya Regular, Night fi Weekend Eegaleera.
๐Buraayyuu, TsaaraTsiyoon!
09-42-41-25-00
2 days ago |[YT] | 9
View 0 replies
BEL ACADEMY
YouTube deebineerra!
Har'a jechuunis kibxata galgala (3/2/2019) galgala sa'a 12:00 irratti karaa YouTube BEL ACADEMY isin bira gaha!
Share waliif godhaa!
Yaada qabdan nuuf barreessaa!
1 week ago |[YT] | 331
View 10 replies
BEL ACADEMY
Maxxansa kana #share nuuf gochuun eegalaa!
Anaa dhufu isiniin jedheera BEL ACADEMY'n
Barnootni keenya Guyyoota Muraasa booda Eegala.
โ Qaamaan Regular, Night, weekend, dhuunfaadhaan barachuu dandeessu
โ Online garee haaraan torbee kana keessa eegala, gareedhaan Dhuunfaadhaanis barachuu dandeessu.
๐น Buraayyuu, TsaaraTsiyoon
๐น Jamoo, Furii Gamoo kooket Darbii 3ffaa.
โจ Odeeffannoo dabalataaf
09-42-41-25-00
09-44-78-88-88
1 month ago |[YT] | 770
View 18 replies
BEL ACADEMY
โ๏ธ Barattoota hunda keessa nama suuta jedhu ture, garuu abdii hin kutu.
English homaa hin beeku jechuun hin danda'ama.
Dhumarratti to'annoo isaa jala oolchee bahe.
Barataan kun fakkeenya Ijoollee Baadiyyaa Oromiyaa ti.
Godina Shawaa Lixaa Aanaa Midaa Qanyiidha.
"Entrance ni darbitaa?" jedhee gaafannaan, English hin shakku isa kaan hin beeku naan jedhe.
Amma kunoo GALATA kaasuu guutee fide ๐
Ilmi namaa gaheen isaa dadhabuu dha, Kan ija itti godhu Waaqayyoo dha.
Barataa Online'ti, BEL ACADEMY'tti.
1 month ago |[YT] | 71
View 1 reply
BEL ACADEMY
โ๏ธ We had an amazing debate among 30 contestants from 6 groups on the topic, โDoes Technology Make Us Smart or Lazy?โ It was an incredible and thought-provoking debate.
โ๏ธ Teknoolojiin dhiibbaa akkamii nurraan gahaa jiraa?
Barattoota gannaa Bel Academy waliin falmii Afaan Ingliffaan garee 6 gidduutti geggeeffame Haala ajaa'ibaan kan dhihaate ture. Barattootni Dandeetti dubbachuu isaanii akka fooyyeffataniif hedduu kan fayyadu dha.
1 month ago |[YT] | 348
View 8 replies
BEL ACADEMY
โ Qabiyyee barnoota isayyuu afaan oromoon hojjechuun baayyee akkam akka ulfaatu isa hojjetu qofatu beeka.
โญ๏ธ Jaallattanii waan nu hordoftaniif kabaja argadha!
๐น Tarii YouTube keenya hin argine yoo ta'e link'n kunooti.
โญ๏ธKuma 89 irra jirra kuma 11 nu hafa 100 galuuf. Link tuquun subscribe godhaa maatii BEL ACADEMY ta'aa.
youtube.com/@belacademy?si=m0j0tM7Tmnb_cTGV.
๐ค Adoolessa 1 , Guyyaa borii damee keenya buraayyuutt barnootni Gannaa kanaa kan eegalu ta'a. GALMEEN ITTI FUFEE JIRA.
๐จNuuf bilbilaa 09-42-41-25-00 09-44-78-88-88
๐ข Eessayyuu teessanii ONLINE dhaan barachuu akkasumas ijoollee keessan barsiisuu dandeessu. Lakkoobsa armaan oliin nu dubbisaa.
3 months ago |[YT] | 718
View 12 replies
BEL ACADEMY
As geenyeerra !
โ Waan beeknu qoodaa
โ Karaa beeknu agarsiisaa
โ Kan beeknu barsiisaa
โ Kan hin beekne barachaa
โ Arrabsoo malee,
โ Gandummaa malee
โ Siyaasa malee
โ Daandii dhaloota baasu
โ Daandii beekumsaa fi ogummaa isa itti amannetti cichinee....
๐ AS GEENYEERRA!
UUMAAF GALATA ๐
Ammallee daandiin keenya fagoodha.
Jaallattanii waan nu hordoftaniif kabaja argadha!
Toora miidiyaalee keenya hordofaa
๐น YouTube Kuma 100 yoo galchine maa isinitti fakkaata? ๐
๐ YouTube : youtube.com/@belacademy?si=gxSoH1J14YY5a6Bf
๐ TikTok : www.tiktok.com/@bel_academy?_r=1&_t=ZS-97lUX9AsloW
๐ Telegram : t.me/BEL_ACADEMY2
๐ Facebook : www.facebook.com/profile.php?id=61575630489570
๐ Instagram : www.instagram.com/bel_academy1?igsh=MWVwYnVzMHhtcGโฆ
3 months ago |[YT] | 559
View 12 replies
BEL ACADEMY
โ๏ธ Hordoftoonni keenya
๐Facebook kuma 99
๐ TikTok kuma 299
โ Facebook kuma 100 gala moo TikTok kuma 300 gala?
Nama tilmaamee argate ni badhaasna!
3 months ago |[YT] | 86
View 5 replies
BEL ACADEMY
โ๏ธ Dilbata borii Waaree booda sa'a 7:00 irraa eegalee biiroon keenya banaa dha!
๐ฃ Ji'a 2n kana ijoollee keessan maal barsiisuuf karoorfattan?
โ Afaan Ingliffaa BEL ACADEMY'tti.
๐ต Qaamaan
๐Buraayyuu 0942-41-2500
๐Jamoo(Furii) 094478-88-88
๐ด Eessayyu teessanii ONLINE dhaan ijoollee keessan akkasumas ofiis barachuu ni dandeessu. Telegram akkasumas WhatsApp nu dubbisaa.
3 months ago |[YT] | 437
View 6 replies
BEL ACADEMY
โ๏ธ Abdiiwwan keenya borii! Jajjabeessuun dirqama. Faaruu Balina mucaa #qimamii
๐๏ธ Ganna kana ijoollee wajjin turuun gammachuu addaa namaaf kenna.
โ๏ธ Adoolessa 1 banrootni ni eegala
๐ Ji'a 2'tti maal akka kenninuuf isinitti agarsiisna.
๐ง Discount irra jirra, Ijoollee keessan fidaa!
๐Buraayyuu 0942-41-2500
๐ Jamoo(furii) 09-44-78-88-88
โจ๏ธ Biyya kam yoo jiraattan Online barachuu dandeessu. Telegram akkasumas WhatsApp nu dubbisaa.
3 months ago |[YT] | 511
View 6 replies
Load more