Chaannaaliin kun barnoota waa’ee fayyaa ,sirna soorata akkasumas amalaa fi guddisa daa’immanii ilaalchisuun afaan oromoon barnoota maatii daa’immaniif ta’u kenna.Barattoota saayinsii fayyaa daa’immanii kollejjii fi yuuniversiitii adda addaa irraa barachaa jiranii fi kanneen biroof ammo afaan ingiliffaan qophaa’ee dhiyaata.
kanneen najajjabeessuu barbaaddanii fi bilbilaan namariisisuu barbaadan - 1000450747479 (CBE)