Birmadummaatti akka nuyi jiraannuuf Kristos birmaduu nu baase...Deebitaniis waanjoo garbummaa jalatti hin qabaminaa! Gal 5:1
Birmadummaan namoonni akka yaada isaanii ibsatan, hawwii isaanii hordofan, cunqursaa malee akka jiraatan, fi kabajaa dhala namaa dandeessisa. Bilisummaan hawaasni olaantummaa seeraa kabaju fi mirga namooma eeguuf mariin adeemsa dimokraasii jajjabeessuun dirqamaa. Haaluma kanaan BIRMADUU ‘n barsiisaa nama gabbisuu fi walqixxummaa, haqaa, fi dimokraasii guddisan dhiheessa.

For freedom, Christ set us free. Stand firm… do not submit again to a yoke of slavery. Gal 5:1
Freedom allows individuals to express themselves, pursue their aspirations, and live without oppression, fostering human dignity and innovation. Freedom upholds the rule of law, protects human rights, and encourages open dialogue and democratic processes. Accordingly, Birmaduu produces and presents educational videos that enrich the whole person and foster freedom, equality, justice, and democracy.


BIRMADUU

Barnoota Sirna Gadaa -- Haaromsa Gadaa tiin.

us06web.zoom.us/j/86821406529?pwd=nwed4SObISYzflaS…

2 years ago (edited) | [YT] | 9

BIRMADUU

Barnoota Sirna Gadaa -- Haaromsa Gadaa tiin.

us06web.zoom.us/j/86821406529?pwd=nwed4SObISYzflaS…




2 years ago (edited) | [YT] | 2

BIRMADUU

Falmi, ati falmaa dhugaa.

3 years ago | [YT] | 0

BIRMADUU

Callisuun natti cimee!

3 years ago | [YT] | 0

BIRMADUU

Dhaamsa Haacaaluu Hundeessa yeroo kanatti dhaga'amu qabu.

3 years ago | [YT] | 0

BIRMADUU

Biyya Koo Oromiyaa!

3 years ago | [YT] | 0

BIRMADUU

Nagaa buusi biyya keenyaaf yaa Waaqayyo.

3 years ago | [YT] | 0

BIRMADUU

Oromiyaa haa baraaru.

3 years ago | [YT] | 0