subscribe


Kuma Official.

Hi everyone, welcome to my new YouTube Community! Now you can post on my channel, too. To get started, tell me in a post what you'd like to see next on my channel.
Visit my Community: youtube.com/@kumageta1/community

1 month ago | [YT] | 0

Kuma Official.

#Hir'achuu Lakkoofsa dhiiraa uumamuun gabaafame‼️

Addunyaa irratti lakkoofsi dhiirotaa hir'achuu fi hanqinni dhiirotaa gabaafameera.

Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii gabaasa dimogiraafii kurmaana jalqabaa bara 2025 baaseera.
Pilaaneetii lafaa irratti baay'inni ilma namaa biliyoona 7.8 ta'u.
#Dubartoota =biiliyoona 5.6
#Dhiira = biiliyoona 2.2
Kanaaf Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii dubartoonni ilaalcha dhiirotaaf qaban irratti akka of eeggatan gorsan. Sababiin isaas dhiirota biliyoona 2.2 keessaa:

#Biiliyoonni 1 fuudhee ture
#Namoonni miiliyoona 130 hidhamaadha
#Miliyoonni 70 rakkoo fayyaa sammuu fi dhibee adda addaatiin rakkatu.
#Dhiironni gara biliyoona 1 qofatu gaa’ela hin horanne jechuudha.

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
πŸ‘‰Biliyoonni 1 kun immoo eenyu?
πŸ‘Œ%56 hojii dhabeeyyiidha.
πŸ‘Œ%3 saalqunnamtii saala walfakkaataa raawwatu.
πŸ‘Œ%1 luboota Kaatolikii dha.
πŸ‘Œ%10 warra ykn fira dhiyooti.
πŸ‘Œ%30 umuriin isaanii waggaa 65 ol

#Maddi_gabaasa_Dhaabbata_Mootummoota_Gamtoomanii kurmaana #1ffaa_bara_2025 ti!

5 months ago | [YT] | 0

Kuma Official.

" Hidhaa umurii guutuun itti murtaa'ee, waggoota kudha lama erga hidhamee turee guyyaa tokko milkaa'eefii mana hidhaatii miliqe. Akkuma mana jireenyaa isaa ga'een haati manaa isaa "miliquu kee television sa'aa 9 dura gabaase hanga kana eessa turtee dhufte, eenyu waliin turte!" jechuun gaaffii irra irraan daddabalteef.

Namichi kana irra manuma hidhaa wayya jedhe fakkaata bilbila isaa bilbiluun poolisoota waamee fedhii isaatiin harka isaa kennatee jira. Kabajaa fi kunuunsaan gara mana hidhaa irraa miliqeetti deebi'eπŸ˜‹ barichii hin darbaa laataπŸ˜…πŸ™†β€β™€οΈ

5 months ago | [YT] | 0

Kuma Official.

W

6 months ago | [YT] | 0

Kuma Official.

Dubartii Waggaa 22f Meekaappii dibate yeroo muraasa booda fuula ishee irratti alarjii uume.

Oduu Waliif (Adoleessaa 9/2025) Finfinnee

Dubartiin ganna 37 fi biyya Chaayinaa waggoota 22f Meekaappii miidhaginaa Itti fufiinsaani Dibata turtee fuula ishee Irratti Alarjii uume.

Dibata midhagina Itti Fufiinsa Fayyadamuu isheetin fuulashee akka malee miidhamuu Viidiyoo midiyaa hawaasumaa irraati qoodeen beeksifte jirti.

Dibachu kan jalqabdee yeroo umuriin ishee waggaa 15 ture. Yeroo sanatti haadha ishee jala fudhattee fuula ishee irratti dibatti turte.

Meekaappii wal fakkaatu ofii ishee irrattis fayyadamte. Fuulli ishee yeroo muraasaaf gaarii fakkaatus, yeroo muraasa booda fuula ishee irratti alarjii uume.

Wal'aansa fooyya'aa argachuuf deemuu diduudhaan gogaa ishee irratti dhukkubbiin Itti hammaatee, fuula ishee diimaa ta'e.

Dubartiin haalli ishee cimaa ta'e kun yoo dubbatuu, β€œAni sababa fuula kootiin manaa hin ba’u;hiriyoota koos ta’e nama tokkollee hin argu” jetteetti.

''Namni hundi amala akkanaa irraa fagaachuu qaba,'' jechuun miidiyaa hawaasaa irratti maxxansite jechuun ODT Central gabaaseera.

Odeeffannoowwan dabalataa kanneen biroo argachuuf
Youtube-youtube.com/@Waliiftvofficial
WhatsApp-https://whatsapp.com/channel/0029Vb2IYuXE50UolYA1Up3j
Facebook- Waliif TV
Youtube-youtube.com/@Waliiftvofficial
Telegram- https://t.me/waliiftvofficial
Tiktok- www.tiktok.com/@waliiftvofficial

Waliif Tv: Ilaalcha Haaraa

7 months ago | [YT] | 1

Kuma Official.

Thanks everyone πŸ™

Have to let's go

9 months ago | [YT] | 1

Kuma Official.

Maaluma rakkoo qaba garuu 1000 takka galchuun? Ati inni barruu kana dubbisaa jirtu akkuma ofjaalattu, namas jaaladhu. Ofii waan gaarii fi guddina akkuma hawwitu namaafis akkasuma ilaalcha kee sirreeffadhu. Mee amma SUBSCRIBE godhi.

10 months ago | [YT] | 2

Kuma Official.

Subscribe

2 years ago | [YT] | 2