Ashamaa akkan jirtu uumata qashti!!
Channel Gola Oromoo kana jalatti Kan argattan:-
1. Walaloo kan barsiisu fi aadaa oromoo kan calaqisiisu
2. Diraama Gola Oromoo sirritti beeksisu
3. Taphawwan garagaraa fi
Qophiiwwaan bashanansiisoo ni argattu
Kanaafuu, subscribe, like, share gochuun aadaa Oromo Isa guddaa addunyaatti baafne haa mul'isnu!!!!!!
Galatooma..........
Gola Oromo • 30M views • 17 hours ago .
Sona New Music ❤️
2 months ago | [YT] | 5
View 0 replies
Gola Oromo • 30M views • 17 hours ago .
🗣️ Akkam Jirtu! 👋Uummati Oromo hundi keessan, Yeroo dhihooti vidiyoo LIVE STREAM jalqabuuf wanan dhufaa jiruuf GAAFFIIWWAAN na barreessuu barbaadan na barreessa animmoo Deebii isaa itti qabadheen isiniif dhihaadha, Kana malees akka Afaan Oromotti yeroo amma kana LIVE STREAMER baay'iinan waan jirreef wal cina dhaabannee aadaa keenya Addunyaa maratti Haa Mul'isnuu🎉🙏🙏🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆
3 months ago | [YT] | 11
View 2 replies
Gola Oromo • 30M views • 17 hours ago .
New music
4 months ago | [YT] | 5
View 0 replies
Gola Oromo • 30M views • 17 hours ago .
New music
4 months ago | [YT] | 1
View 0 replies
Gola Oromo • 30M views • 17 hours ago .
Ani Rache akkas hn seene garuu ergan vidiyoo kana ilaaleen hubadhe 🤕🤕👇
5 months ago | [YT] | 4
View 0 replies
Gola Oromo • 30M views • 17 hours ago .
Gamer Afaan Oromoodhaan Live stream akkan jalqabu warri barbabaaddan ykn Game isin barbaadan (GTA, Fortnite, Free Fire , PUBG so on..) hunda akkan qabadhe dhufu yoo barbaadan asii gad filadhaa!!!
5 months ago | [YT] | 9
View 0 replies
Gola Oromo • 30M views • 17 hours ago .
♥️♥️♥️♥️♥️🤕
5 months ago | [YT] | 142
View 7 replies
Gola Oromo • 30M views • 17 hours ago .
Like godhaa warrii Hiree jaallattan 👍👍
5 months ago | [YT] | 119
View 4 replies
Gola Oromo • 30M views • 17 hours ago .
Yoo Hiree jaallattan like godhaa 👍👍
5 months ago | [YT] | 124
View 9 replies
Gola Oromo • 30M views • 17 hours ago .
Vidiyoo haaraa har'a galgala sa'atii 11:00 irratti nu eegaa
6 months ago | [YT] | 31
View 0 replies
Load more