#kabajamtoota fi hordoftota chanaala kenyaa kayyoon teenyaa bekkumsaa fi dandeeyti rabbiin nuuf kennen ummata islaama fayyaduudhan ummata islama wajjin janata bitachuudha,akkasumas chanalli keenya seenalee ambiyootaa seenalee,asaabootaa,seenalee salafoota fi tabiyootaa,seenalee ulamaootaa durrirra hanga amma,seenaa biyyoottan islamati fi mootoolee islaama kan durirra hanga amma,nashiidaalee garagara,gorsaa mimiawaa,diraamalee mimidhaga barumsa qaban,oduulee waaltahoo madda dhugaa chanala kenya kanarra argattuu
Shared 6 years ago
569 views