Oromo Voice Media is dedicated to uncovering and sharing the untold stories and experiences of the Oromo people, giving a voice to those often unheard. We use powerful storytelling and stimulating discussions to shed light on the challenges faced by others, cultivate empathy, and generate significant global action for change. Acting as both a fervent advocate for human rights and a vital platform for the often-overlooked voices of marginalized communities, this channel serves as a crucial connection point for the global Oromo community, thereby fostering a sense of unity and empowering collective action towards transformative social change. Join us on this impactful journey—subscribe to our channel today and be part of the movement for long-overdue recognition!
Oromo Voice Media
#BREAKING_NEWS: 🇪🇹💪Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Waldaaleen Poolisii Duraanii Itiyoophiyaa Dhimma hulaa Galaanaa irratti mootummaa fi Ummata Itoophiyaa cinaa akka dhaabbatan cimsanii Beeksisaniiru.
Waldaan Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Waldaalee Poolisii Duraanii Ityoophiyaa miseensota raayyaa waraanaa, humna galaanaa, humna qilleensaa fi poolisii duraanii of keessatti qabata.
Marii paanaalii mata duree “Itoophiyaa Keenyaaf Buufata Galaanaa Keenya” jedhuun gaggeeffameen waldichi dhabamuun buufata galaanaa komii yeroo dheeraa ta’uu ibsuun, dantaa biyyaalessaa eeguuf yeroo kamiyyuu caalaa tokkummaa cimsuun barbaachisaa ta’uu cimsee ibsee jira.
Marii kanarratti waraqaa qorannoo kan dhiyeessan Birgaadeer Jeneraal Kasayee Chemeda akka jedhanitti, dhimmi buufata galaanaa waggoota kurnan sadan darbaniif akka yakkaatti ilaalama ture.
Ministirri Muummee Abiy Ahmad (PhD) ajandaa kana biyyoolessaa taasisuu isaaniif galateeffataniiru.Keessummaa kabajaa ta’uun kan argaman Pireezidaantiin Waldaa Goototaa fi Sabboontota Itoophiyaa durii Daani’eel Jootee Mesfin; Dhimmi buufata galaanaa Itoophiyaa biyya ummata miliyoona 130 qabduuf dhimma lubbuun jiraachuuti.
Kanaafis karaa dippilomaasiitiin filannoo biraa akka hin jirre hubachiisaniiru. Waltajjii kana irratti, jeneraalota duraanii dabalatee miseensonni waraanaa hedduun hirmaatan irratti, waldichi dhimma buufata galaanaa furuuf tattaaffii hunda keessatti mootummaa fi ummata Itoophiyaa cinaa akka dhaabbatu dubbataniiru.
2 weeks ago (edited) | [YT] | 11
View 0 replies
Oromo Voice Media
#Haasawa_Gamtaa_Mootummootaa irratti taasifame kan waa'ee Afrikaa dubbatame.
Powerful Speach Of African Leaders @UN. This is historical speach of African leaders. We all Africans proud of you guys.
3 months ago (edited) | [YT] | 2
View 0 replies