HOP Entertainment



HOP Entertainment

Did you know.?
The African Union’s anthem & flag were both originally conceived by Ethiopians.

Poet Laureate Tsegaye Gabre-Medhin wrote the anthem, and artist Yadesa Bojia designed the AU flag.
Ijoollee oromoo lameen gamtaa afriikaaf walaloo faaruu afriikaa barreessee fi alaabaa boce Laureate Tsegaye Gebre Medhin fi Yadesa Bojia ta'uu beektuu.?
.
#HOP #Africa

6 months ago | [YT] | 5

HOP Entertainment

Eshetu Tura

Eshetu Tura is a man whose career changed by a song. The famous song written by Solomon Tessema, the legendary sport journalist, to honor Abebe Bikila and Mamo Wolde (marathon li-Ililtwa) was playing on the radio after Mamo’s victory in Mexico City. Eshetu not only get inspiration but also a determination to be like Abebe and Mamo.

Eshetu joined the armed forces, the breeding-ground of athletics success in Ethiopia. His win in the 3000 meters hurdle earned him the national spot-light. Eshetu had won a total of 30 gold, 19 silver and 13 bronze medals in the 3000 meters hurdle race. Eshetu’s name will be recorded in the History books as Ethiopia’s first athlete in the 3K hurdle.
#HOP

6 months ago | [YT] | 5

HOP Entertainment

MAKBIB OLQABAA
Makbib olqabaa Oromoo Tuulamaati finfinneetti dhalatee guddate. makbib abbaan isaa fitawuraarii Olqabaa Raggaasaa jedhamu goota maqaan isaa hin dhayamne goota Oromoo Adwaa irratti gootummaan lolanii gootummaa isaanii agarsiisanidha.
Makbib Olqabaas waan dinqisiisaa tokkoon sirritti beekama dhootuu(Bomb) gaafa gurraandhala 12 bara 1939 mogas Asgadoomiifi Abrahaam Dabooc darbatanii Ruudolf Graziyaanii madeessan kan hojjete goota Oromoo kanadha.
Makbib Olqabaa Boombii harkaa kanas gaara Cuqqaalaa kan naannoo bishooftuutti argamu keessatti akkamitti akka darbachuu akka qaban hiriyaa lamaan leenjisaanii ture. Boodarra gaafa 12 1939 ruudoolf giraaziyaanii irratti darbatanii graaziyaaniin madaa'ee osoo hin du'iin lubbuun hafe. mogasiifi abrahaam bakka sanaa gargaarsa nama Masfin jedhamuun bakka sanaa miliqanii bahan. isa booda hiriyoonni lamaan lammii Eertiraa ta'an karaa goondariin miliquuf ennaa jedhan qotee bultootni gondar dabarsanii Xaaliyaaniif kennaman.
Makbib Olqabaas akkasuma eeruu qotee bultootni goojjam eeraniin ajjeefame.
.
#HOP

6 months ago | [YT] | 7

HOP Entertainment

Gaazexeesituu Hamdiyaa Ahimad Abdullee beektuu.? Hamdiyaan gaazexeessituu Oromoo ishee calqabaati.
Ka'umsa gaazexeessummaa Hamdiyaaf sababa kan ta'eef abbaan warraa ishee weellisaa Shantam Shubbisaa biyyaa baqatee gara Somaaliyaatti imaluu isaati, isheenis faana abbaa warraa ishee hordofuun Dirree Dawwaa irraa gara biyya somaaliyaa imaltus abbaa warraa ishee argachuu hin dandeenye sababni isaas bara 1970 keessa qabsaa'onni qeeyroo ganamaa mana hidhaa somaaliyaa keessa waan turaniifi. Isheenis gara biyyaatti hin deebine achuma turuun raadiyoo somaaliyaa sagantaa afaan oromoo keessatti qacaramtee hojjechaa turte, isheen yeroos umriin ishee 18 akka ta'etu himama, bara 1972 hanga 1975ttis gaazexeessituu taatee sagantaalee kanneen akka:- Haasaa Maanguddoo, Filannoo Xalayaa, Sirba Qabsoo fi Geerarsa dhiheessaa turte.
#HOP

7 months ago | [YT] | 5

HOP Entertainment

Dannabee Eda'oo
Bareedduu Oromoo Arsii waggaa 40'maa oliif ''Ethiopia'' beeksisaa turte Aaddee Dannabee Eda'oo beektuu. Aaddee Dannabee Eda'oo suura kana kan ka'an bara 1983 G.C Arsii ganda Goobee jedhamutti yoo ta'u yeroo sanitti bulchaa Itoophiyaa kan turan kol. Mangistuu Hailamaariyaam eebba ''Waldaa Leenjii walii galaa qoteebultoota Baalee'' irratti argamuun simannaa taasifame irratti aaddee Dannabeen shubbisaan warra hirmaatan keessaa tokko turan, suurri kunis achiitti kaafamee ''Bareeduu Arsii'' Jechuun ''Ethiopia'' addunyaatti beeksisaa turaniiru.
#HOP

7 months ago | [YT] | 6

HOP Entertainment

Hacee 👑

2 years ago | [YT] | 8

HOP Entertainment

Makfira Haroon (Maagii Haaruun)
Bilillee Oromoo❤
#HOP

2 years ago | [YT] | 3

HOP Entertainment

HOPE ⚜️

3 years ago | [YT] | 2