Haaleluyaa Ameen

Baga nagaan dhuftanii gara channel youtube Haleluyaa Ameen kenyaa channel kanarratti barumsa Macaafa Qulqulluu dabarsina kanafuu godhaa እንኳን ወደ ዩቲዩብ ቻናላችን @haaleluyaa_ameen እንኳን በደህና መጡ መጽሃፍ ቅዱስን ወደምናስተምርበት እንዲሁ sher subscribel like comment ያድርጉ
Welcome to our @haaleluyaa_ameen youtube channel where we will be teaching the Bible so subscribers sher like comment do


Haaleluyaa Ameen

Beenyaan nama cubbuu hojjetu___dha?

2 years ago | [YT] | 0

Haaleluyaa Ameen

Gatiin nama cubbuu hojjetu maalidha?

2 years ago | [YT] | 1

Haaleluyaa Ameen

💌💬👁‍🗨

2 years ago | [YT] | 0

Haaleluyaa Ameen

Hojiin isaa haa diigamu

2 years ago | [YT] | 1

Haaleluyaa Ameen

Ibr. 6
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁴ Warri ga'an yoo garagalan immoo, attamitti isaan deebisuun danda'ama ree? Isaaniif takka ifeeraaf; isaan kennaa waaqa irraa miyeeffataniiru; hafuura qulqulluuttii hirmaataniiru.
⁵ Gaarummaan dubbii Waaqayyoo fi humni bara isa dhufuuf jiruu isaanitti dhaga'ameera.
⁶ Warri akkasii kun amantii irraa garagallaan, deebi'anii yaada garaa isaanii geddarachuudhaaf haareffamuu hin danda'an; isaan ofuma isaaniitii ilma Waaqayyoo deebisanii fannisaniiru, mul'inattis isa tuffachiisaniiru.

2 years ago | [YT] | 1

Haaleluyaa Ameen

Waaqayyo haa ifatu 666

2 years ago | [YT] | 1

Haaleluyaa Ameen

1Yoh. 2
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
²² Isuma Yesus kun, Kristos yookiis Masiihicha ta'uu isaa ganu malee, sobduun eenyu ree? Mormituun Kristos inni abbaa fi ilma ganu isa kana.
²³ Namni ilmicha ganu abbichaa wajjin firooma hin qabu; ilmicha amanachuu isaa kan beeksisu immoo abbichaa wajjinis firooma qaba.

2 years ago | [YT] | 1

Haaleluyaa Ameen

Qu'annaa Macaafa Qulqulluu

2 years ago | [YT] | 1

Haaleluyaa Ameen

Barumsa gaa'elaa

2 years ago | [YT] | 1