👋🏽 “Baga nagayaan dhuftan! OROMO BB3 NEWS irratti, Oduu, aartii, teknoolojii, fi haala yeroo addunyaa Afaan Oromootiin isiniif dhiheessina.

👁️ Daawwadhaa. OROMOBB3NEWS - Subscribe, Like, Comments fi share godhaa.

🔔 Don’t forget to watch, like, comment, share and subscribe!

Welcome to our channel 🙌
If you are new for our channel, please subscribe it. For watching our channel's thankyou so much

#oro #oromo #oromia #oromomusic #neworomomusics #neworomosongs #ethio #ethiomusics #ethiopia #ethiopianmusic #ethionews #ethiodaily #abiyahmed #bestsongs #bestmusics #habesha #breakingnews #oduuammee #Seberzena #oromiyaa #Itoophiyaa #obn #omn #fbc #drama #politics #siyaasaa #diinagdee #hawaasummaa #Muumicha #ministeera #prime #minister #finfinnee #addisababa #ebstv #seifushow #show #qaanqeeshow #risaa #gingilchaa #Diaspora #dr #sirba #Haareya #newmusic #newsong #news #update #newvideo #newfilm #ebc #etv #caayaa #harargee #shaggooyyee #dance #love #wbo #abo #live #comedy #art #artist #prank


OROMO BB3 NEWS

American World content creator ‪@IShowSpeed‬ is in Finfinnee or AddisAbaba Ethiopia🇪🇹
Let us #Subscribe & #share Our channel

4 weeks ago | [YT] | 9

OROMO BB3 NEWS

#OduuAmmee
Manni Murtii dhaddacha har'a taa'een Obbo Taayyeen yakka meeshaa waraanaa seeran alaa qabatanii argamuun hidhaa cimaa waggaa 7fi ji'a lama akkasumas birrii 5,000 akka adabaman murteesse jira.

Deetaan Ministeera Nagaa duraaniifi miseensi Caffee Oromiyaa obbo Taayyee Danda'aa Labsii Bulchiinsa fi To'annoo Meeshaa Waraanaa 1177/12 keewwata 4 (1) fi 22 (3) jalatti himatamanii dhimmi isaanii Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataatti ilaalamaa ture.

Himanni kun Obbo Taayyeen meeshaa waraanaa heeyyama hin qabne kilaashiin tokko, kaazinaa kilaashii lama fi rasaasa kilaashii 60 mana isaanitti argameera kan jedhudha.

Abukaatoo Obbo Taayyee kan ta'an Obbo Abarraa Nigus, "Ragaaleen ittisaa dhagahamuu qaban saditu turan.

Isaan bifa sirrii hin taaneen osoo hin dhagahamin darbameera. Murtee manni murtii murteessu kabajnus komii qabna" jechuun BBCn gabaasee jira.

2 months ago | [YT] | 8

OROMO BB3 NEWS

Dr Hangaasaa Ahmed baga nagayaan deebite.

2 months ago | [YT] | 9

OROMO BB3 NEWS

Sirba Haareya Aliyyii saabit #DirreeDhawaa fi #Jijjiga 👇
https://youtu.be/k5YNx7uZMP8?si=jt1d5...

2 months ago | [YT] | 9

OROMO BB3 NEWS

Wow Addisababa is very beautiful ❤️
Addis Ababa is the capital city of Oromia regional state and the capital of Ethiopian country and the capital city of all Africans country.
#Finfinne, #AddisAbaba #Oromia, #Ethiopia, #Africa.

3 months ago | [YT] | 12

OROMO BB3 NEWS

DirreeDhawaa, Harargee Oromiyaa ❤️

3 months ago | [YT] | 18

OROMO BB3 NEWS

The Best one of Photograph sooreeysa Yaadataa Juneeydii

3 months ago | [YT] | 17