BAGA NAGAAN DHUFTAN 🎉
Shaggar press Channel oduu wayitawa fi qulqulluu akkasuma Iccitii gara garaa qoratee isin biraan ga'u dha. Isinis channel kana subscribe gochuun odeffanno haaran yeroo yeroon akka sin dhaqqabu taasisa. Akksuma Video keenya like gochuun nu jajjabeessa, yaada fi qeeqa qabdan immoo Comment irratti nuuf barreessa.

HUBACHIISA!
Channel kun ilaalcha siyaasa, amantii fi loogii kamirrayyu bilisa.

SHAGGAR PRESS ODEEFFANNOO HAQAAF!